Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna, Kuni waluumagalatti Applikeeshiniin.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, godha yükleyin. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Google Play mağazasında uygulamamızı değerlendirin lütfen.
İndirdiğiniz için teşekkürler,
OROMNET Yazılım ve Uygulama Geliştirme, Nekemte, Etiyopya
Güncellenme tarihi
13 Ağu 2024