Manzuumaa/Nashiidaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana shkarko gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Jashtë linje) irratti guutuu isaa dhageeffachuun nuk danda'ama.
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.
♪ Arjooma Keetiinii
♪ Hakiikaa Islame
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabin Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ i brendshëm Hamdalillahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim
Nashiidaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Elhamdulilah dhuma irratti milkaa'ee ummetan gahuu dandeenyee jirra.
Përditësuar më
24 jan 2025