Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaafif deebiin qophaaye.
Seenaa Rasuulaa beekuun bu’aa hedduu qaba. Rabin keenna seeaa warra asiin dura dabree hedduu isaani Kur'aana keesssatti nuuf himee jira. Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf. Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf". Kun bu’aa seeaan qabuudha. Kanaafuu muslimaasinee.
Përditësuar më
17 gush 2024