Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye.
Seenaa Rasuulaa beekuun bu'aa hedduu qaba. 랍비인 킨나 보나 와라 아시인 두라 다브리 헤두 이사아니 쿠라아나 keesssatti nuuf himee jira. Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf. Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf". Kun bu'aa seenaan qabuudha. Kanaafuu muslima irraatti seenaa Rasuulaa [s.a.w] beekun dirqama