App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba แ bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira แ แแถแแถแ แแแแผ; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna แ
- แแถแแผแแถแแถแกแถแแแถ
- Namusa teessumaa
- Namusa kadhaa Rabbii
- Namusa nyaataaf dhugaatii
- แแถแแแถแแถ แ แแธแแธแแธแแถ
- Namusa karaa deemsaa
Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seetan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee wan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse แ
แแถแโแแแกแพแแแแแโแแ
17 แแแแถ 2025