App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira.かなふう; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa tiessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan 版画
amantanitti、hin amanne hanga wal jaalattanitti、Mee waan yoo isa
Hojjattan wal jaalattan isinii himuu?サラームター ヘドゥムメッサー ジドゥ
tessanitti" Muslimtu galmeesse.