App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan di keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dallagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seetan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.
Ultimo aggiornamento
17 gen 2025