Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin Kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu Akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti Kuni, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii Godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee Isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, instala Godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Por favor, clasifique o noso aplicación na tenda Google Play.
Grazas por descargar,
OROMNET Software e Desenvolvemento de Aplicacións, Nekemte, Etiopía
Última actualización
13 de ago. de 2024