Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye.
Seenaa Rasuulaa beekuun bu'aa hedduu qaba. Rabbiin sharpna sawaa warra asiin dura dabree hedduu isaani Qur'aana keesssatti nuuf himee jira. Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf. Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf". Kun bu'aa sawaan qabuudha. Kanaafuu muslima irraatti sawaa Rasuulaa [s.a.w] beekun dirqama
Dernière mise à jour :
17 août 2024