App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan de keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanafuu ; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbi
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Namusa karaa deemsaa
Nabiin (saw) akkana jedhan "Jannata hin sawtan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.
Date de mise à jour
17 janv. 2025