App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa urriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.
Azken eguneratzea
2025(e)ko urt. 17(a)