Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin to kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin to Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. to waluumagalatti Applikeeshiniin, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee Isingo galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, instalatu godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Mesedez baloratzeko gure Google Play dendan aplikazioa.
Eskerrik asko deskargatzeagatik,
OROMNET Software eta aplikazioen garapena, Nekemte, Etiopia
Azken eguneratzea
2024(e)ko abu. 13(a)