Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana κατεβάστε gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Εκτός σύνδεσης) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.
♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Ραβίνος Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim
Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.
1. Nashiidaa ture (παλιά) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 από keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (Νέο) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 από keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa τόμος. 1 hanga 6 από keessatti kan qabateedha.
Ενημερώθηκε στις
25 Οκτ 2023