App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan von keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Naamusa salaamta
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
Nabiin (saw) akkana jedhan „Jannata hin seentan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.
Aktualisiert am
17.01.2025