App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. канаафуу; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Наамуса саламтаа
- Naamusa teessumaa
- Наамуса кадхаа рабі
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga"
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.