App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa tahen isiniif qophaayee jira። kanaafuu; Namni hundi naamusota kana barattanii akka itti ዳላግዳን፣ akka wal barsiiftan isin yaadachiisna።
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
ናቢን (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga
አማንታኒቲ፥ ሂን አማንኔ ሀንጋ ዎል ጃላታኒቲ፥ ሚ waan ዮ ኢሳ
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.